Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Icona Mammaaksa Afaan Oromoo

3.0 by SHEGER-SOFT


Sep 7, 2023

Informazioni su Mammaaksa Afaan Oromoo

Italiano

Mammaaksa Afaan Oromoo - Proverbi della Nazione Oromo

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”

“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”

“Afaan gaariin afaa gaarii caala”

“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”

“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”

“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”

“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”

“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”

“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”

“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”

“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”

“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”

“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”

“Erga waraabessi darbee sareen dutti”

“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”

“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”

“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”

“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”

Novità nell'ultima versione 3.0

Last updated on Sep 7, 2023

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Traduzione in caricamento...

Informazioni APP aggiuntive

Ultima versione

Richiedi aggiornamento Mammaaksa Afaan Oromoo 3.0

Caricata da

Ŋóôr Qûĕęɲ

È necessario Android

Android 4.4+

Available on

Ottieni Mammaaksa Afaan Oromoo su Google Play

Mostra Altro

Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot

Commento Loading...
Lingua
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Abbonato con successo!
Ora sei iscritto ad APKPure.
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Successo!
Ora sei iscritto alla nostra newsletter.