Kadhannaa Galata Gooftaa Kan Yeroo hundaa
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan ofkeessaqabudha。 Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu、galateeffachu akkasum Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'eeittigammadadha。 Waan gaarii hojjechu、takkummaan waan guddaahojjeechumiti。 Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuunnanhojjedha。 Galanni Waaqayyoofhaata'u。 Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!