Kadhanaa Galata Gooftaa Kan Yeroo Hundaa
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan of keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo taee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateyounnif tolun kadhachuu, galateyoufatnif. Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. وان گاری هوجچو، تککممان وان گودا هوجیچو میتی. Adeemsan taaa waan taeef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo taee app biraas itti fufuun nan hojjedha. گلانی وقایوف هاا تاو. واقایون باکا جیرتان هونداتتی ایسین هاا ایبیبیسوو!