Kadhannaa Galata Gooftaa Kan Yeroo hundaa
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa keessa qabudha. Kadhannaaf namuta hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuaa، galateasumachuasooni تطبيق Anis kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu، takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan Ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuun nan hojjedha. جلاني واقايوف ها تاو. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!