딤마 오로뭄마피 이슬라뭄마
Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay'ee barbaaduudha. 사바브니 이사아스 디린 쿤 라마안 카아마 이산 코라티 dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta'ee beekaa irra utaaluudhaan utaauman dugaa kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.