”Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Ethiomapps
Mar 2, 2021
  • 6.9 MB

    ขนาดไฟล์

  • Android 4.1+

    Android OS

เกี่ยวกับ Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu hadhaeattatuma mootummaan hordoffii isaatii.Akkasuma Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo aafaan amaaraa irraa itraa itu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.
แสดงเพิ่มเติม

What's new in the latest 4.0

Last updated on Mar 2, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
แสดงเพิ่มเติม

การเล่นเกมและภาพหน้าจอ

  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac โปสเตอร์
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 1
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 2
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 3
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 4
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 5
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 6
  • Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ภาพหน้าจอ 7
APKPure ไอคอน

ดาวน์โหลดแอป APKPure เพื่อรับรางวัลและส่วนลดเกมมากขึ้น

คลิกเพียงครั้งเดียวเพื่อติดตั้งไฟล์ XAPK/APK บน Android!

ดาวน์โหลด APKPure
thank icon
เราใช้คุกกี้และเทคโนโลยีอื่น ๆ บนเว็บไซต์นี้ เพื่อปรับปรุงประสบการณ์การใช้งานของคุณ
การคลิกลิงก์ใด ๆ ในหน้านี้แสดงว่าคุณยินยอมในส่วนของ นโยบายความเป็นส่วนตัว และ นโยบายคุกกี้ ของเรา
เรียนรู้เพิ่มเติม