Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac-icoon

4.0 by Ethiomapps


Mar 2, 2021

Over Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf Kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa waltai kafa ti galafa hafa kaa haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.

Wat is er nieuw in de nieuwste versie 4.0

Last updated on Mar 2, 2021

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Vertaling Laden...

Aanvullende SPEL -informatie

Laatste Versie

Verzoek update van Qormaataa fi Leenjii Konkolaac 4.0

Geüpload door

Ko Min Gyi

Android vereist

Android 4.1+

Meer Info

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac Screenshots

Comment Loading...
Talen
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succesvol ingeschreven!
Je bent nu geabonneerd op APKPure.
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succes!
Je bent nu geabonneerd op onze nieuwsbrief.