Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa из Кессатти Кабате.
Appii qormaataa фи leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf кан nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa кан ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa Koo Waan ta'eef appii кан keessatti gafilee fillanno, dhugaa фи соб akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun Каан ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun ITTI galcheera гара fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun Koo гин haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyooo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan
[email protected] na-qunnamaa galatoomaa.