在APKPure安全快速地下載APK
APKPure 使用簽章驗證功能,確保為您提供無病毒的 Yaadannoo APK 下載。
Yaadsnnoon Fayyadamaa YKN應用Afaan Oromootiin。
Fayyadamaa ykn App Yaadannoo Afaan Oromootiin.
Fayyadamaan kun, yaadannoolee adda addaa kan guyyaa guyyatti nu mudachuu danda'an Afaan Oromootiin
osoo hin rakkatin ykn nu dhibee gargaarsa hin barbaadin, yaadannoowwan nu barbaachisan haala
salphaan walitti qabachuuf nu fayyada.
Akkasumammoo, Guddinna Afaan kun gama hundaan tattaafachaa jiruufis gahee olaanaa qaba.
Kanaafuu, Fayyadamaa(App) kana fayyadamuun waan keenya haa cimsannuu.
Galatoomaa
Abdiisaa Bancaa Jaarraa