About Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa
Learn Afaan oromoo easy to advanced specifically design for second languages
This app is designed for grade 6th students learning Afaan Oromoo as their second language. By using this app students can have their books in electronic format.
App'n kun Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa akk Afaan 2ffaa bifa salphaafi namatti toluun bakka tokkootti waan qinda'eef namni haala salphaa ta'een itti fayyadamuu ni danda'aa. App kana yeroo fayyadamtaan immoo daataa dhimma dhuunfaa keessan kan ilaalatu kan sassabnuu tokkoo illee hin jiru. Kunis immoo App'n bilisaan akka namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin itti fayyadamu ni taasisan jechuun kan qophaa'edha.
App'n kun akkuma kitaaba guddaa sana bifa boqonnaa boqonnaan adda baasun waan qindaa'eeffis namni akka hin rakkanne taasisa.
Nagaa Walgaafachuufi Of-beeksisuu.
Maatii
Galgaleefi Mana barnootaa Ishee
Sheekkoo
Meeshaalee Manaa
Oduu Durii
Halluu
Iddoowwan
Jechibsoo
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
What's new in the latest 1.5
Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa APK Information
Old Versions of Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa
Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa 1.5
Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa 1.4
Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa 1.3
Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa 1.2

Super Fast and Safe Downloading via APKPure App
One-click to install XAPK/APK files on Android!