Über Seenaa Quraana
Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan
Kitaabni scharfya kan SEENAA QUR’AANA KEESSAA
jedhu kuni foundaa qur’aana keessatti dubbatamte ibsa.
Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte
Barachuun Barbaachisaadha. Gama Kaaniin Seenaa
maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii
hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa
namatti fida.
Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa
qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.
"Rabbiin ol tahe akkana jedhe" qur'aana kana
wahyiin sirratti gadi buusuun foundaa babbareeddu sitti
odeessina. " (Yuusuf 3)
Kanaaf sawaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii
kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee
ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan
scharfyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu
guddaatu nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa
barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.
What's new in the latest 1.0
Seenaa Quraana APK -Informationen
Alte Versionen von Seenaa Quraana
Seenaa Quraana 1.0

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App
Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!