”Seenaa Quraana

Seenaa Quraana

Ethiomapps
Apr 6, 2022
  • 10.0

    1 บทวิจารณ์

  • 3.9 MB

    ขนาดไฟล์

  • Android 4.1+

    Android OS

เกี่ยวกับ Seenaa Quraana

Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan

Kitaabni keenya kan SEENAA QUR’AANA KEESSAA

jedhu kuni sawaa qur’aana keessatti dubbatamte ibsa.

Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte

barachuun barbaachisaadha. กามะกะนินเห็นกา

maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii

hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa

Namatti fida

Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa

qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.

“ Rabbiin ol tahe akkana jedhe” qur’aana kana

Wahyiin sirratti gadi buusuun sawaa babbareeddu sitti

odeessina” (ยุซุฟ 3)

Kanaaf sawaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii

kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee

ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan

keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu

Guddaatu ​​nutti dhagayama Akka dubbiftanii irraa

barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.

แสดงเพิ่มเติม

What's new in the latest 1.0

Last updated on Apr 6, 2022
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
แสดงเพิ่มเติม

วิดีโอและภาพหน้าจอ

  • Seenaa Quraana โปสเตอร์
  • Seenaa Quraana ภาพหน้าจอ 1
  • Seenaa Quraana ภาพหน้าจอ 2
  • Seenaa Quraana ภาพหน้าจอ 3
  • Seenaa Quraana ภาพหน้าจอ 4

Seenaa Quraana รุ่นเก่า

APKPure ไอคอน

การดาวน์โหลดที่รวดเร็วและปลอดภัยเป็นพิเศษผ่านแอป APKPure

คลิกเพียงครั้งเดียวเพื่อติดตั้งไฟล์ XAPK/APK บน Android!

ดาวน์โหลด APKPure
thank icon
เราใช้คุกกี้และเทคโนโลยีอื่น ๆ บนเว็บไซต์นี้ เพื่อปรับปรุงประสบการณ์การใช้งานของคุณ
การคลิกลิงก์ใด ๆ ในหน้านี้แสดงว่าคุณยินยอมในส่วนของ นโยบายความเป็นส่วนตัว และ นโยบายคุกกี้ ของเรา
เรียนรู้เพิ่มเติม