Over Seenaa Quraana
Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan
Kitaabni keenya kan SEENAA QUR’AANA KEESSAA
jedhu kuni seenaa qur'aana keessatti dubbatamte ibsa.
Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte
barachuun barbaachisaadha. Gama kaaniin seenaa
maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii
hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa
namatti fida.
Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa
qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.
"Rabbiin ol tahe akkana jedhe" qur'aana kana
wahyiin sirratti gadi buusuun gezienaa babbareeddu sitti
odeessina. " (Yuusuf 3)
Kanaaf seenaa baarde duu waayee nabiyyoota Rabbii
kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee
ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan
keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu
guddaatu nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa
barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.
What's new in the latest 1.0
Seenaa Quraana APK -informatie
Oude versies van Seenaa Quraana
Seenaa Quraana 1.0

Supersnel en veilig downloaden via de APKPure-app
Eén klik om XAPK/APK-bestanden op Android te installeren!