Seenaa Quraana

Seenaa Quraana

Ethiomapps
Apr 6, 2022
  • 10.0

    1 Reviews

  • 3.9 MB

    File Size

  • Android 4.1+

    Android OS

About Seenaa Quraana

Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan

Kitaabni keenya kan SEENAA QUR’AANA KEESSAA

jedhu kuni seenaa qur’aana keessatti dubbatamte ibsa.

Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte

barachuun barbaachisaadha. Gama kaaniin seenaa

maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii

hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa

namatti fida.

Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa

qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.

“Rabbiin ol tahe akkana jedhe ”qur’aana kana

wahyiin sirratti gadi buusuun seenaa babbareeddu sitti

odeessina.” (Yuusuf 3)

Kanaaf seenaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii

kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee

ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan

keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu

guddaatu nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa

barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.

Show More

What's new in the latest 1.0

Last updated on Apr 6, 2022
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Show More

Videos and Screenshots

  • Seenaa Quraana poster
  • Seenaa Quraana screenshot 1
  • Seenaa Quraana screenshot 2
  • Seenaa Quraana screenshot 3
  • Seenaa Quraana screenshot 4

Old Versions of Seenaa Quraana

APKPure icon

Super Fast and Safe Downloading via APKPure App

One-click to install XAPK/APK files on Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies