Safe & Fast APK Downloads on APKPure
APKPure uses signature verification to ensure virus-free Fayyaan Faaya - Afaan Oromoo Health Tips APK downloads for you.
Appilikeeshinin kun Barnoota Fayyaaibsa gaha wojjiin kan of keessaa qabudha.
Hawaasni keenya iddoo jiru irraa, Gorsa Ogeeyyotaa, barruu fayyaadhaan walqabatan bifa salphaafi qindaayaa ta`een, Bilisaan akka argatu gochuuf muuxannoofi ogummaa hayyootni adda addaa raga qabatamaa fi maddoolee qabatamaa irraa walitti qabuudhaan dhiyeessiina.
Appilikeeshinin Fayyan Faaya jedhu kun Barnoota Fayyaa
ibsa gaha wojjiin kan of keessaa qabudha.
Osoo dhukkubni nu hin qabnen dura of eggaanno godhu qabnu .
Yoo dhukkubni nu qabe gargarsa akkami akka argachu qabnu
Mallattole dhukkuba
Karalee dhukkubni itti daddarbu
Akkamitti dhukkuba irraa akka of eeguu qabnu kan nu barsisudha.
One-click to install XAPK/APK files on Android!