Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo

Noal Mekonnen
Aug 10, 2018
  • 6.2 MB

    Taille de fichier

  • Android 2.3.2+

    Android OS

À propos de Mammaaksa Oromoo

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa Inni tokko mammaaksa.

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu. Yaroo baay’ee manguddooti araarsaafis ta’e marii hawaas dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti fayyadamu. Kanarraa ka’udhaanis Oromoon Dubbiin dubbii fida mammaaksi dubbii fixa jadha.

Bulchiinsa fi jaalala biyyaa, qabeenya uumamaa, siyaasaa, amantaa, addaa hojii, naamusaa fi safuu, heeraa fi seera, dhimma hawaasaa fi dinagdee walumaagalatti falaasamaa fi xinsammuu ummata Oromoo mammaaksa isaa kessatti hubachuun ni danda’ama.

Waa’ee mammaaksa Oromoo hammana erga janne booda mammaaksa Oromoo irratti hubannaa gadi fageenyaa akka argattan mammaaksota gumiiwwan SANYII manneen barnootaa naannoo Sabbataa fi Hoolataa kessa jiranin sassaabaman akka kanaa gaditti isinif dhihessineera.

Voir plus

What's new in the latest 11.0

Last updated on 2018-08-10
List Of Afaan Oromoo Proverbs
Voir plus

Vidéos et captures d'écran

  • Mammaaksa Oromoo Affiche
  • Mammaaksa Oromoo capture d'écran 1
  • Mammaaksa Oromoo capture d'écran 2
  • Mammaaksa Oromoo capture d'écran 3

Vieilles versions de Mammaaksa Oromoo

APKPure icône

Téléchargement super rapide et sûr via l'application APKPure

Un clic pour installer les fichiers XAPK/APK sur Android!

Téléchargement APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies