Mammaaksa Oromoo hakkında
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa.
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu. Yaroo baay’ee manguddooti araarsaafis ta’e marii hawaas dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti fayyadamu. Kanarraa ka’udhaanis Oromoon Dubbiin dubbii fida mammaaksi dubbii fixa jadha.
Bulchiinsa fi jaalala biyyaa, qabeenya uumamaa, siyaasaa, amantaa, addaa hojii, naamusaa fi safuu, heeraa fi seera, dhimma hawaasaa fi dinagdee walumaagalatti falaasamaa fi xinsammuu ummata Oromoo mammaaksa isaa kessatti hubachuun ni danda’ama.
Waa’ee mammaaksa Oromoo hammana erga janne booda mammaaksa Oromoo irratti hubannaa gadi fageenyaa akka argattan mammaaksota gumiiwwan SANYII manneen barnootaa naannoo Sabbataa fi Hoolataa kessa jiranin sassaabaman akka kanaa gaditti isinif dhihessineera.
Key Word
-Afaan Oromoo
-Seenaa Oromoo
-Aadaa Oromoo
-Oromiyaa
-Waalaloo
What's new in the latest 11.0
Mammaaksa Oromoo APK Bilgileri
Mammaaksa Oromoo'in eski sürümleri
Mammaaksa Oromoo 11.0

APK Uygulaması ile Süper Hızlı ve Güvenli İndirme
XAPK/APK dosyalarını Android'e yüklemek için tek tıkla!