Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo

Noal Mekonnen
Aug 10, 2018
  • 6.2 MB

    Dimensione

  • Android 2.3.2+

    Android OS

Informazioni su Mammaaksa Oromoo

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni Ittin bekkaman kessaa Inni Tokko mammaaksa.

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu. Yaroo baay’ee manguddooti araarsaafis ta’e marii hawaas dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti fayyadamu. Kanarraa ka’udhaanis Oromoon Dubbiin dubbii fida mammaaksi dubbii fixa jadha.

Bulchiinsa fi jaalala biyyaa, qabeenya uumamaa, siyaasaa, amantaa, addaa hojii, naamusaa fi safuu, heeraa fi seera, dhimma hawaasaa fi dinagdee walumaagalatti falaasamaa fi xinsammuu ummata Oromoo mammaaksa isaa kessatti hubachuun ni danda’ama.

Waa’ee mammaaksa Oromoo hammana erga janne booda mammaaksa Oromoo irratti hubannaa gadi fageenyaa akka argattan mammaaksota gumiiwwan SANYII manneen barnootaa naannoo Sabbataa fi Hoolataa kessa jiranin sassaabaman akka kanaa gaditti isinif dhihessineera.

Mostra Altro

What's new in the latest 11.0

Last updated on 2018-08-10
List Of Afaan Oromoo Proverbs
Mostra Altro

Video e screenshot

  • Poster Mammaaksa Oromoo
  • 1 Schermata Mammaaksa Oromoo
  • 2 Schermata Mammaaksa Oromoo
  • 3 Schermata Mammaaksa Oromoo

Informazioni sull'APK Mammaaksa Oromoo

Ultima versione
11.0
Android OS
Android 2.3.2+
Dimensione
6.2 MB
Sviluppatore
Noal Mekonnen
Download APK sicuri e veloci su APKPure
APKPure utilizza la verifica delle firme per garantire download di APK Mammaaksa Oromoo senza virus per te.

Vecchie versioni di Mammaaksa Oromoo

Icona APKPure

Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure

Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!

Scarica APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies