Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo

Noal Mekonnen
Aug 10, 2018
  • 6.2 MB

    फाइल का आकार

  • Android 2.3.2+

    Android OS

Mammaaksa Oromoo के बारे में

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa Inni Tokko mammaaksa।

Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu. Yaroo baay’ee manguddooti araarsaafis ta’e marii hawaas dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti fayyadamu. Kanarraa ka’udhaanis Oromoon Dubbiin dubbii fida mammaaksi dubbii fixa jadha.

Bulchiinsa fi jaalala biyyaa, qabeenya uumamaa, siyaasaa, amantaa, addaa hojii, naamusaa fi safuu, heeraa fi seera, dhimma hawaasaa fi dinagdee walumaagalatti falaasamaa fi xinsammuu ummata Oromoo mammaaksa isaa kessatti hubachuun ni danda’ama.

Waa’ee mammaaksa Oromoo hammana erga janne booda mammaaksa Oromoo irratti hubannaa gadi fageenyaa akka argattan mammaaksota gumiiwwan SANYII manneen barnootaa naannoo Sabbataa fi Hoolataa kessa jiranin sassaabaman akka kanaa gaditti isinif dhihessineera.

अधिक दिखाएं

What's new in the latest 11.0

Last updated on 2018-08-10
List Of Afaan Oromoo Proverbs
अधिक दिखाएं

वीडियो और स्क्रीनशॉट

  • Mammaaksa Oromoo पोस्टर
  • Mammaaksa Oromoo स्क्रीनशॉट 1
  • Mammaaksa Oromoo स्क्रीनशॉट 2
  • Mammaaksa Oromoo स्क्रीनशॉट 3

Mammaaksa Oromoo के पुराने संस्करण

APKPure आइकन

APKPure ऐप के माध्यम से सुपर तेज़ और सुरक्षित डाउनलोडिंग

एंड्रॉइड पर XAPK/APK फ़ाइलें इंस्टॉल करने के लिए एक-क्लिक करें!

डाउनलोड APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies