Hiibboo Deebii Waliin
Informazioni su Hiibboo Deebii Waliin
Hiibboo Deebii sirrii waliin (enigmi con risposte)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan "beekte ykn argatte" jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
What's new in the latest 7.0
Informazioni sull'APK Hiibboo Deebii Waliin
Vecchie versioni di Hiibboo Deebii Waliin
Hiibboo Deebii Waliin 7.0
Hiibboo Deebii Waliin 6.0
Hiibboo Deebii Waliin 5.0
Hiibboo Deebii Waliin 3.0
Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure
Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!