Hiibboo Deebii Waliin
24.5 MB
ファイルサイズ
Android 4.4+
Android OS
このHiibboo Deebii Waliinについて
Hiibboo Deebii sirrii waliin(答えのなぞなぞ)
Hiibboon Afoola(Dabaree Seenaa)オロモ語keessaatokko。
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti。
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan(gaafataa fi gaafatamaa)taphatamu ta’uuisaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaadhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaaliigodha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte ’jadheenii bakka wal-jijjiirun、jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fu。
最新バージョン 7.0 の更新情報
Hiibboo Deebii Waliin APK 情報
Hiibboo Deebii Waliinの旧バージョン
Hiibboo Deebii Waliin 7.0
Hiibboo Deebii Waliin 6.0
Hiibboo Deebii Waliin 5.0
Hiibboo Deebii Waliin 3.0
APKPureアプリで超高速かつ安全にダウンロード
Android で XAPK/APK ファイルをワンクリックでインストール!