Hiibboo Deebii Waliin
24.5 MB
文件大小
Android 4.4+
Android OS
关于Hiibboo Deebii Waliin
Hiibboo Deebii sirrii waliin(答案有谜语)
Hiibboon Afoola(Dabaree Seenaa)Oromoo keessaa tokko。
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。
Seehata tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan(gaafataa fi gaafatamaa)taphatamu ta’uu isaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte’jadheenii bakka wal-jijjiirun,jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafatafu ta’un tapha isaanii。
最新版本7.0的更新日志
Hiibboo Deebii Waliin APK信息
Hiibboo Deebii Waliin历史版本
Hiibboo Deebii Waliin 7.0
Hiibboo Deebii Waliin 6.0
Hiibboo Deebii Waliin 5.0
Hiibboo Deebii Waliin 3.0
在APKPure上极速安全下载应用
一键安装安卓XAPK/APK文件!