Hiibboo Deebii Waliin
24.5 MB
파일 크기
Android 4.4+
Android OS
Hiibboo Deebii Waliin 정보
Hiibboo Deebii sirrii waliin (답변이있는 수수께끼)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte’jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
What's new in the latest 7.0
Hiibboo Deebii Waliin apk 정보
Hiibboo Deebii Waliin의 오래된 버전
Hiibboo Deebii Waliin 7.0
Hiibboo Deebii Waliin 6.0
Hiibboo Deebii Waliin 5.0
Hiibboo Deebii Waliin 3.0
APKPure 앱을통한매우빠르고안전한다운로드
한번의클릭으로 Android에 XAPK/APK 파일을설치할수있습니다!