Saayinsii walii galaa kutaa 7

BeckyTech
2025年03月02日
  • 21.3 MB

    ファイルサイズ

  • Android 5.0+

    Android OS

このSaayinsii walii galaa kutaa 7について

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa、adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;

Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;

Saayinsiifi teknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nam tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;

Meeshaalee daawwanaa、safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii、meeshaalee yaalii、daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;

Argannoowwan qorachuufi bu’aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa、gaazexaawwan、namoota naannootti beekumsa qaban、muuxannoowwan naannoo、interneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.

もっと見る隠す

最新バージョン 1.4 の更新情報

Last updated on 2025-03-02
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.

Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK 情報

最新バージョン
1.4
カテゴリー
書籍&参考書
Android OS
Android 5.0+
ファイルサイズ
21.3 MB
開発者
BeckyTech
Available on
APKPure で安全で高速な APK のダウンロード
APKPure は署名検証を使用して、ウイルスフリーの Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK ダウンロードを保証します。

APKPureアプリで超高速かつ安全にダウンロード

Android で XAPK/APK ファイルをワンクリックでインストール!

ダウンロード APKPure
セキュリティレポート

Saayinsii walii galaa kutaa 7

1.4

セキュリティレポートはまもなく利用可能になります。それまでの間、このアプリはAPKPureの初期安全チェックに合格していることに注意してください。

SHA256:

434d277abf314f2da5ac05a6fdb51b30fbe960f3cd0f5ea6a5e993790288554f

SHA1:

cdfc3fe3c3a342bac7892115de5c13291abe2bf9