Oписание Saayinsii walii galaa kutaa 7
App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti
App'n кан haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyessinu baay'ee gammadna. App'n кана keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.
Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;
Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;
Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi гумаача кабан ни dinqisiifatta;
Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;
Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;
Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; амантаали, бармаатиллефи аккаатаа яадуу нама токкоо ирратти дхиббаа кабан ни ибсита;
Мишаали дааввана, сафараафи валкабсиисууф файядан каннин акка маайкирооскопии, мишаали яалии, дааввитиивванифи линсиивван гообаафи голбаа филачуун итти фаядамта;
Яалийвван далагууфи мишаали йоммуу итти файядамту оэгганну мана яалии офифис та'и намоота бирутиф ксийеффаннаа никеннита;
Argannoowwan qorachuufi bu'aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;
Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;
Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.
Что нового в последней версии 1.3
Bugs have been eradicated, leading to a smoother experience.
Performance has been fine-tuned for optimal speed and efficiency.
Ads have been eliminated, providing an uninterrupted user experience.
The user interface has been refined for greater ease of use.
Информация Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK
Старые Версии Saayinsii walii galaa kutaa 7
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.3
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.2
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.1
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.0
Альтернатива Saayinsii walii galaa kutaa 7
Популярные Приложения за Последние 24 Часа
Супер Быстрая и Безопасная Загрузка через Приложение APKPure
Один клик для установки XAPK/APK файлов на Android!