عن Saayinsii walii galaa kutaa 7
App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti
App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.
Saayinsii akka qaama beekumsaa، adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun؛ dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita؛
Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti، jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita ؛
Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta ؛
Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa؛ saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita؛
Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita ؛
Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin ؛ amantaalee ، barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibaaa qaban ni ibsita ؛
مشعلي دعوانا ، سفارافي والقبابسيوف فياضان كانين عكا ماييكيرووسكوبيي ، مشعلي ياعلي ، داويتييووانيفي لينسيوان جوباافي جولبا فيلاتشون إتي فياضمتا ؛
Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namuta birootiif xiyyeeffannaa nikennita ؛
Argannoowwan qorachuufi bu’aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta ؛
Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa، gaazexaawwan، namuta naannootti beekumsa qaban، muuxannoowwan naannoo، intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta؛
Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda’an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta’an hojii irra ni oolchita.
What's new in the latest 1.4
معلومات Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK
الإصدارات القديمة لـ Saayinsii walii galaa kutaa 7
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.4
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.3
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.2
Saayinsii walii galaa kutaa 7 1.1
قم بتنزيل سريع وآمن بالغاية عبر تطبيق APKPure
قم بتثبيت ملفات XAPK/APK بنقرة واحدة على أندرويد!