Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
About Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo' is equivalent to Riddle in English, almost. Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains over 75 Hiibboo questions in Afan Oromo language.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
What's new in the latest 8.7.3z
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo APK Information
Old Versions of Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 8.7.3z
Games like Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Download APKPure App to get more game rewards and discounts
One-click to install XAPK/APK files on Android!