Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

K Technologies
Jan 28, 2025
  • 24.7 MB

    Tamanho do arquivo

  • Android 5.0+

    Android OS

Sobre este Hiibboo fi Deebii

Hiibboo Deebii sirrii waliin (enigmas com respostas)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Mostrar mais

Novidades em 8.0 mais recente

Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Mostrar mais

Vídeos e capturas de tela

  • Hiibboo fi Deebii Cartaz
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 1
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 2
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 3
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 4
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 5
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 6
  • Hiibboo fi Deebii imagem de tela 7

Informações sobre Hiibboo fi Deebii APK

Última Versão
8.0
Android OS
Android 5.0+
Tamanho do arquivo
24.7 MB
Desenvolvedor
K Technologies
Disponível em
Downloads seguros e rápidos de APK no APKPure
O APKPure usa verificação de assinatura para garantir downloads de APK Hiibboo fi Deebii sem vírus para você.

Versões Antigas de Hiibboo fi Deebii

APKPure ícone

Baixar de Forma Rápida e Segura via APKPure App

Um clique para instalar arquivos XAPK/APK no Android!

Baixar APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies