關於Hiibboo fi Deebii
Hiibboo Deebii sirrii waliin(答案有謎語)
Hiibboon Afoola(Dabaree Seenaa)Oromoo keessaa tokko。
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。
Seehata tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan(gaafataa fi gaafatamaa)taphatamu ta’uu isaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte’jadheenii bakka wal-jijjiirun,jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafatafu ta’un tapha isaanii。
最新版本8.0的更新日誌
Last updated on 2025年01月28日
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Hiibboo fi Deebii APK信息
在APKPure安全快速地下載APK
APKPure 使用簽章驗證功能,確保為您提供無病毒的 Hiibboo fi Deebii APK 下載。
Hiibboo fi Deebii歷史版本
Hiibboo fi Deebii 8.0
24.7 MB2025年01月28日
Hiibboo fi Deebii 7.0
24.5 MB2023年10月25日
Hiibboo fi Deebii 6.0
25.4 MB2022年09月11日
Hiibboo fi Deebii 5.0
21.4 MB2022年08月15日