Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

K Technologies
Jan 28, 2025
  • 24.7 MB

    Dimensione

  • Android 5.0+

    Android OS

Informazioni su Hiibboo fi Deebii

Hiibboo Deebii sirrii waliin (enigmi con risposte)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan "beekte ykn argatte" jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Mostra Altro

What's new in the latest 8.0

Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Mostra Altro

Video e screenshot

  • Poster Hiibboo fi Deebii
  • 1 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 2 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 3 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 4 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 5 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 6 Schermata Hiibboo fi Deebii
  • 7 Schermata Hiibboo fi Deebii

Informazioni sull'APK Hiibboo fi Deebii

Ultima versione
8.0
Android OS
Android 5.0+
Dimensione
24.7 MB
Sviluppatore
K Technologies
Available on
Download APK sicuri e veloci su APKPure
APKPure utilizza la verifica delle firme per garantire download di APK Hiibboo fi Deebii senza virus per te.

Vecchie versioni di Hiibboo fi Deebii

Icona APKPure

Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure

Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!

Scarica APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies