Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

K Technologies
Jan 28, 2025
  • 24.7 MB

    Rozmiar Pliku

  • Android 5.0+

    Android OS

O Hiibboo fi Deebii

Hiibboo Deebii sirrii waliin (zagadki z odpowiedziami)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Pokaż więcej

What's new in the latest 8.0

Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Pokaż więcej

Filmy i zrzuty ekranu

  • Hiibboo fi Deebii plakat
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 1
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 2
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 3
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 4
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 5
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 6
  • Hiibboo fi Deebii screenshot 7

Informacje Hiibboo fi Deebii APK

Ostatnia wersja
8.0
Kategoria
Rozrywka
Android OS
Android 5.0+
Rozmiar Pliku
24.7 MB
Available on
Bezpieczne i Szybkie Pobieranie APK na APKPure
APKPure używa weryfikacji podpisu, aby zapewnić bezpieczne pobieranie plików APK Hiibboo fi Deebii bez wirusów dla Ciebie

Stare wersje Hiibboo fi Deebii

APKPure ikona

Superszybkie i bezpieczne pobieranie za pośrednictwem aplikacji APKPure

Jedno kliknięcie, aby zainstalować pliki XAPK/APK na Androidzie!

Pobierz APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies