Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

K Technologies
28/01/2025
  • 24.7 MB

    Tamaño de archivo

  • Android 5.0+

    Android OS

Acerca del Hiibboo fi Deebii

Hiibboo Deebii sirrii waliin (acertijos con respuestas)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.

Mostrar más

Novedades más recientes 8.0

Last updated on 28/01/2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Mostrar más

Vídeos y capturas de pantalla

  • Hiibboo fi Deebii Poster
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 1
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 2
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 3
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 4
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 5
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 6
  • Hiibboo fi Deebii captura de pantalla 7

Información de Hiibboo fi Deebii APK

Última Versión
8.0
Categoría
Entretenimiento
Android OS
Android 5.0+
Tamaño de archivo
24.7 MB
Desarrollador
K Technologies
Disponible en
Descargas seguras y rápidas de APK en APKPure
APKPure utiliza verificación de firmas para garantizar descargas de Hiibboo fi Deebii APK libres de virus para ti.

Versiones Antiguas de Hiibboo fi Deebii

APKPure icono

Descarga rápida y segura a través de APKPure App

¡Un clic para instalar archivos XAPK/APK en Android!

Descargar APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies