Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo

SHEGER-SOFT
Sep 7, 2023
  • 26.6 MB

    Tamanho do arquivo

  • Android 4.4+

    Android OS

Sobre este Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo - Provérbios da Nação Oromo

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”

“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”

“Afaan gaariin afaa gaarii caala”

“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”

“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”

“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”

“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”

“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”

“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”

“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”

“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”

“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”

“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”

“Erga waraabessi darbee sareen dutti”

“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”

“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”

“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”

“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”

Mostrar mais

Novidades em 3.0 mais recente

Last updated on Sep 7, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Mostrar mais

Vídeos e capturas de tela

  • Mammaaksa Afaan Oromoo Cartaz
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 1
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 2
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 3
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 4
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 5
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 6
  • Mammaaksa Afaan Oromoo imagem de tela 7

Informações sobre Mammaaksa Afaan Oromoo APK

Última Versão
3.0
Android OS
Android 4.4+
Tamanho do arquivo
26.6 MB
Desenvolvedor
SHEGER-SOFT
Disponível em
Downloads seguros e rápidos de APK no APKPure
O APKPure usa verificação de assinatura para garantir downloads de APK Mammaaksa Afaan Oromoo sem vírus para você.

Versões Antigas de Mammaaksa Afaan Oromoo

APKPure ícone

Baixar de Forma Rápida e Segura via APKPure App

Um clique para instalar arquivos XAPK/APK no Android!

Baixar APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies