Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo

SHEGER-SOFT
Sep 7, 2023
  • 27.0 MB

    Dateigröße

  • Android 4.4+

    Android OS

Über Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo – Sprichwörter der Oromo-Nation

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

„Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu“

„Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu“

„Afaan gaariin afaa gaarii caala“

„Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi“

„Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu“

„Bakka oolan irra bakka bulan wayya“

„Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu“

„Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti“

„Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba“

„Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu“

„Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa“

„Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti“

„Dhabaaf malee sombi kan sareeti“

„Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan“

„Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu“

„Erga waraabessi darbee sareen dutti“

„Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan“

„Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan“

„Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha“

„Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani“

Mehr anzeigen

What's new in the latest 3.0

Last updated on Sep 7, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Mehr anzeigen

Videos und Screenshots

  • Mammaaksa Afaan Oromoo Plakat
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 1
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 2
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 3
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 4
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 5
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 6
  • Mammaaksa Afaan Oromoo Screenshot 7

Mammaaksa Afaan Oromoo APK -Informationen

Letzte Version
3.0
Android OS
Android 4.4+
Dateigröße
27.0 MB
Entwickler
SHEGER-SOFT
Available on
Sichere und schnelle APK-Downloads auf APKPure
Mit APKPure können Sie Mammaaksa Afaan Oromoo APK einfach und sicher mit Signaturüberprüfung herunterladen.

Alte Versionen von Mammaaksa Afaan Oromoo

APKPure Zeichen

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App

Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies