Mammaaksa Afaan Oromoo
關於Mammaaksa Afaan Oromoo
Mammaaksa Afaan Oromoo - 奧羅莫民族諺語
Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha。 Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbiihindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu。
Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
“Abbaan iyyatumalee ollaan hin birmatu”
“阿巴安·達阿迪·杜吉夫·伊爾瑪·阿凡·欣·烏爾加尤”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaafmalee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatanmalee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
最新版本3.0的更新日誌
Mammaaksa Afaan Oromoo APK信息
Mammaaksa Afaan Oromoo歷史版本
Mammaaksa Afaan Oromoo 3.0
Mammaaksa Afaan Oromoo 2.0
Mammaaksa Afaan Oromoo 1.0
在APKPure極速安全下載應用程式
一鍵安裝安卓XAPK/APK文件!