Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo

SHEGER-SOFT
Sep 7, 2023
  • 27.0 MB

    File Size

  • Android 4.4+

    Android OS

About Mammaaksa Afaan Oromoo

Mammaaksa Afaan Oromoo - Oromo Nation Proverbs

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”

“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”

“Afaan gaariin afaa gaarii caala”

“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”

“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”

“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”

“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”

“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”

“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”

“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”

“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”

“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”

“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”

“Erga waraabessi darbee sareen dutti”

“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”

“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”

“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”

“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”

Show More

What's new in the latest 3.0

Last updated on Sep 7, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Show More

Videos and Screenshots

  • Mammaaksa Afaan Oromoo poster
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 1
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 2
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 3
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 4
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 5
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 6
  • Mammaaksa Afaan Oromoo screenshot 7

Mammaaksa Afaan Oromoo APK Information

Latest Version
3.0
Android OS
Android 4.4+
File Size
27.0 MB
Developer
SHEGER-SOFT
Available on
Safe & Fast APK Downloads on APKPure
APKPure uses signature verification to ensure virus-free Mammaaksa Afaan Oromoo APK downloads for you.

Old Versions of Mammaaksa Afaan Oromoo

APKPure icon

Super Fast and Safe Downloading via APKPure App

One-click to install XAPK/APK files on Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies