Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 por Ethiomapps
28/02/2021 Versiones antiguas

Sobre Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irratia hiikusumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irratia dehiikulati garati durae hagara itrati dabae garaa itrati gaarao haduraa itrati Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Información Adicional de Juego

Última Versión

4.0

Presentado por

Ko Min Gyi

Requisitos

Android 4.1+

Mostrar más

Usar la aplicación APKPure

Obtener Qormaataa fi Leenjii Konkolaac versión histórica en Android

Descargar

Usar la aplicación APKPure

Obtener Qormaataa fi Leenjii Konkolaac versión histórica en Android

Descargar

Juegos como Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Obtenga más de Ethiomapps

Descubrir