Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 توسط Ethiomapps
28/02/2021 نسخه‌های قدیمی

درباره‌ی Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa kessatti qate.

Appii qormaataa فی leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf کان nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa کانا ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa کو waan ta'eef appii کانا keessatti gafilee fillanno، dhugaa فی SOBA akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun KAAN ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera گارا fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun کو هین هفو Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani، gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

اطلاعات تکمیلی بازی

آخرین نسخه

4.0

بارگذاری شده توسط

Ko Min Gyi

نیاز به اندروید

Android 4.1+

نمایش بیشتر

بازی‌هایی مانند Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

از Ethiomapps بیشتر دریافت کنید

کشف کنید