Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Ethiomapps
Mar 2, 2021
  • 6.9 MB

    Ukuran file

  • Android 4.1+

    Android OS

Tentang Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa dari kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa balllessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan amoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera ga fuldati. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.
Tampilkan SelengkapnyaTampilkan sedikit

What's new in the latest 4.0

Last updated on Mar 2, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Unduh Aplikasi APKPure untuk mendapatkan lebih banyak hadiah dan diskon game

Sekali klik untuk menginstal file XAPK/APK di Android!

Unduh APKPure