Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 โดย Ethiomapps
Feb 28, 2021 เวอร์ชั่นเก่า

เกี่ยวกับ Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu hadhaeattatuma mootummaan hordoffii isaatii.Akkasuma Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo aafaan amaaraa irraa itraa itu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

ข้อมูล เกม เพิ่มเติม

เวอร์ชันล่าสุด

4.0

อัปโหลดโดย

Ko Min Gyi

ต้องใช้ Android

Android 4.1+

แสดงเพิ่มเติม

เกมอย่าง Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

ต้องการแอปอื่นจาก Ethiomapps

ค้นพบ