Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 per Ethiomapps
Feb 28, 2021 Vecchie versioni

A proposito di Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa di kessatti qabate.

Appio qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo Balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraaqunaunaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Informazioni GIOCO aggiuntive

Ultima versione

4.0

Caricata da

Ko Min Gyi

È necessario Android

Android 4.1+

Mostra Altro

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Scarica

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Scarica

Giochi come Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Trova altro da Ethiomapps

Scoprire