Sobre este AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (serra) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (serra) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argument hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (vi) em jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa". Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.
Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee de kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni munmoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
Novidades em 5.0 mais recente
Informações sobre AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK
Versões Antigas de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 5.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 4.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 3.0
Baixar de Forma Rápida e Segura via APKPure App
Um clique para instalar arquivos XAPK/APK no Android!