Informazioni su AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa". Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.
Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu. Dubbistoonni munizioni du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
What's new in the latest 5.0
Informazioni sull'APK AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
Vecchie versioni di AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 5.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 4.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 3.0
Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure
Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!