AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Ethiomapps
Mar 2, 2021
  • 4.1 MB

    Dateigröße

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Über AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (Säge) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (sah) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argumentiert mit hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (sah) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee von kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House. Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

Mehr anzeigenWeniger anzeigen

What's new in the latest 5.0

Last updated on Mar 2, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Alte Versionen von AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App

Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!

Download APKPure