AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 정보
Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (saw) wuduu waliin barreeffamaan Kan qopha'ee
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (톱) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun 페데. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (톱) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (톱) ni jedhan : "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.
Appii waa'ee salaataa ilaalchisee 군 칸 lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin 칸 ta'ee dha. Kessattii Kan qabatee dha의 Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House Kan Nuuf eyyammee yeroo ta'uu. Dubistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.