AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (


5.0 توسط Ethiomapps
28/02/2021 نسخه‌های قدیمی

درباره‌ی AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (اره) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (اره) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (اره) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (اره) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee داد. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee داد. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

اطلاعات تکمیلی برنامه

آخرین نسخه

5.0

بارگذاری شده توسط

Azzouzi Samir

نیاز به اندروید

Android 4.0.3+

نمایش بیشتر

جایگزین AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

از Ethiomapps بیشتر دریافت کنید

کشف کنید