Acerca del AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (sierra) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (sierra) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa". Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.
Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee de kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni munmo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
Novedades más recientes 5.0
Información de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK
Versiones Antiguas de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 5.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 4.0
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( 3.0
Alternativa de AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (
Descarga rápida y segura a través de APKPure App
¡Un clic para instalar archivos XAPK/APK en Android!