Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies

Sobre este Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni ita kaase, Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, ka tuutti Ahbaashao yaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaqa aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, Warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba Afaaneen kaabau Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda'u irraa fayyadee namay. Dubbiin akkuma Sheek Mikaa'iil Husseen isaa keessatti ja'e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caaluafa

Fedhiin too Muslimtoon haa if baruu… Rabino kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, munição keessaa akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waadoo, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (looshee) MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) de Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha mana kaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja'u hiikkaa kitaaba keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaanai

Ammas e hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja'u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo senhor sê bêbado em galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabino warra haqaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa é um Muhammad irratti haa jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Traduzindo...

Informações Adicionais do Aplicativo

Última versão

Pedido Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Atualização 3.0

Enviado por

देवा देवकर

Requer Android

Android 4.0.3+

Mostrar mais

Novidades da Última Versão 3.0

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Mostrar mais

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Capturas de tela

Carregando Comentário...
Idiomas
Inscrever-se no APKPure
Seja o primeiro a ter acesso ao lançamento antecipado, notícias e guias dos melhores jogos e aplicativos para Android.
Não, obrigado
Inscrever-se
Inscreva-se com sucesso!
Agora você está inscrito no APKPure.
Inscrever-se no APKPure
Seja o primeiro a ter acesso ao lançamento antecipado, notícias e guias dos melhores jogos e aplicativos para Android.
Não, obrigado
Inscrever-se
Sucesso!
Agora você está inscrito em nossa newsletter.