Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies

Acerca del Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana afaan Oromootti Akkan hiiku Wanni itti na Kaase, Duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan Tuutti Ahbaasha ja'amtu Biyya teenyatti yeroo AMMAA itti jirtu kanaaf akka ummanni Keenya damaqu fedheeti. aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba ajaaramai qaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa con uaaaaaaaaaaaaaaaaaa con uhataraaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaara con uhataraaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa con un tarara en un tarara Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irraa fayotae bouaauouo fouyau Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caalu garuu taaaaru tau barbau taaau tau barbau taaaaru tau tau

Fedhiin también Muslimtoon haa si baruu ... Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waado, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (qabeaaraaaraaraararaaaraaraaaraaraararaaraararaaaarararaaaraaraararaaarawararaaqaaqaaqaaqaaqaaqaaqaarawarawaraaqaaqaaqaaqaaqaaqaaqau MuhammadKamaal Iisaa (IFAA Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Ali Shariif (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya NAAF deebisaa kan Turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha maná kiyyaa Ni'moo Abdii bronceado jaalalaa fi yaada bareedaa NAAF gumaachaa Turte, Hunda keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina aqai maqai aqai maqai aq.

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabino Warra Haqaaf Tumsu Nu Haa Godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. El rabino waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Traductorio...

Información Adicional de Aplicación

Última Versión

Solicitar Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Actualización 3.0

Presentado por

देवा देवकर

Requisitos

Android 4.0.3+

Mostrar más

Novedades de Última Versión 3.0

Last updated on 29/11/2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Mostrar más

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Capturas de pantalla

Comentario Cargando...
Idiomas
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Suscrito con éxito!
Ahora estás suscrito a APKPure.
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Éxito!
Ya estás suscrito a nuestro boletín electrónico.