Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa simgesi

3.0 by Ethiomapps


Nov 29, 2022

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa hakkında

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyyatihiyakati khaka kuhaka haka am haka am kuahati khuatatihahkahti. aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba Afaan keenyatti ummauahhahi hahahaha hahaha hahah hahana hahaah hana hauahhaha hahaah hahah hahah hahah hahaah hahah hahaah hahah hahah hahaah hahah. Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiwaka fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja'e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin İslaam babahabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caalu garu

Fedhiin de Muslimtoon haa eğer baruu… Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammed Waadoo, obbollessa kiyya Muhammed Ahmad (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kan na bira dhaabbataa kana kabahaka taaka taabahaka, MuhammedKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Koyun Abdurahman Şerif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Koyun MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha mana kiyaa huataa bhaaa taala yaadi keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina afaanqahsi erkek alijai sanii.

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja'u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, beo siseesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Hahamin warra hakaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammed irratti haa jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Hahamin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Çeviri Yükleniyor...

Ek UYGULAMA Bilgileri

En Son Sürüm

Güncelleme Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa İste 3.0

Yükleyen

देवा देवकर

Gereken Android sürümü

Android 4.0.3+

Daha Fazla Göster

En son sürümde yeni olan 3.0

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Daha Fazla Göster

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Ekran görüntüleri

Yorum Yükleniyor...
Diller
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarıyla abone oldu!
Şimdi APKPure'ye abone oldunuz.
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarı!
Şimdi bültenimize abone oldunuz.